Uncategorized

Walgahiin Garee 77 fi Chaayinaa xumurameera

Walgahiin Garee 77 fi Chaayinaa guyyoota lamaaf Kuubaa magaalaa Haavaanaatti gaggeeffamaa ture galgala kana xumurame. Itti aanaan muummicha ministeeraa fi ministeera haajaa alaa Dammaqe Mokonnen haasaa konfiraansii kanarratti taasisaniin, dhaabbileen idil-addunyaa haaromsa dhugaa fedhii Hemisfeera Kibbaa keessummeessuu danda’u gochuu qabu jedhan. Akkasumas qoqqobbii dhuunfaa fi tarkaanfiiwwan dinagdee aangoo irratti hundaa’an jijjiirama saayinsii, teeknooloojii fi guddina …

Walgahiin Garee 77 fi Chaayinaa xumurameera Read More »

“Chaayinaan hariiroo Gamtaa Afrikaa waliin qabdu cimsuu barbaaddi”-Ambaasaaddar Hu Chaangchun, Ergama Chaayinaa Gamtaa Afrikaatti

Chaayinaan hariiroo Gamtaa Afrikaa waliin qabdu daran cimsuu barbaaddi jedhan Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddarri Ergama Chaayinaa Hu Chaangchun. Waggaa 60ffaan Dhaabbata Tokkummaa Afrikaa fi Guyyaan Gamtaa Afrikaa Gamtaa Afrikaatti Ergama Chaayinaa Gamtaa Afriikaa keessatti argamuun kabajameera. Akka saganticha irratti hirmaatan Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddarri Ergama Chaayinaa kan ta’an Hu Changchun jedhanitti; Chaayinaan hariiroo gamtaa Afrikaa waliin qabdu …

“Chaayinaan hariiroo Gamtaa Afrikaa waliin qabdu cimsuu barbaaddi”-Ambaasaaddar Hu Chaangchun, Ergama Chaayinaa Gamtaa Afrikaatti Read More »

Komishinar Jeneraal Damalash G/Mikaa’el Ministeera Nageenya Hawaasaa Chaayinaa Itti aanaa Daarektarri Olaanaa Kutaa Tumsa Idil-addunyaa Komishinar Zhaohui Zhou waliin marii taasisaniiru.

maddi (EPD) jedhamu.Kabajamoo Koomishinara Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa Jeneraal Damalash G/Mikaa’el; Pireezidaantiin Waldaa Hoggantoota Poolisii Baha Afrikaa ammaa kun jila Ministeera Nageenya Hawaasaa Chaayinaa Itti aanaa Daarektarri Olaanaa Kutaa Tumsa Idil-addunyaa Komishinar Zhaohui Zhou tiin durfamu waajjira isaaniitti simatanii jiru.July 10, 2023 Ministeerri Nageenya Hawaasaa Chaayinaa fi Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa waliigaltee kana akka itti fufu gorsaniiru. …

Komishinar Jeneraal Damalash G/Mikaa’el Ministeera Nageenya Hawaasaa Chaayinaa Itti aanaa Daarektarri Olaanaa Kutaa Tumsa Idil-addunyaa Komishinar Zhaohui Zhou waliin marii taasisaniiru. Read More »

Appliin iPhone 15 ifoomseera!

Appliin dhaloota itti aanu iPhone 15 har’a dhiyaateera. Moodeelotni haaraan ifooman kunneen kanneen duraanii irraa adda ta’ee buufata chaarjii USB Type-C akka qaban himama. Akka seera Gamtaan Awurooppaa mirkaneesseen bilbiloonni biyyoota miseensa ta’aniin oomishaman hundi buufata USB tokko qabaachuu akka qaban yaadatamuu qaba.