Uncategorized

Daandiin Qilleensichaa Dhaabbata Booyiingi Waliin Waliigaltee Bittaa Xiyyaarota 67 Mallatteesse

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa seenaa Aviyeeshinii Afrikaa keessatti olaanaadha kan jedhame Dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee bittaa xiyyaarota Jeettii 67 mallattesseera. Bu’uura waliigaltichaan Daandiin Qilleensichaa xiyyaarota Booyiingi 787 Diriimlaayineer 11 akkasumas Booyingi 737 Max 20 kan bitu ta’uun ibsameera. Kana malees Xiyyaroota Booyiingi 787 Diriimlaayineer 15 fi Booyingii 737 Max 21 dabalataan kan bituu ta’uun ibsamuu Daandiin …

Daandiin Qilleensichaa Dhaabbata Booyiingi Waliin Waliigaltee Bittaa Xiyyaarota 67 Mallatteesse Read More »