Uncategorized

Manni maree ministeerotaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen wixinee labsii sadii fi wixinee imaammataa tokko irratti mari’atee murtee dabarsuu Waajjirri Muummee Ministiraa ifa godheera.

Tokkoffaa, manni marichaa wixinee labsii foyya’ee labsii saamicha lafaa, kaffaltii beenyaa fi deebisanii dhaabuu irratti mari’ateera.Manni marichaa bal’inaan erga mari’atee booda wixinee labsii kana Mana Maree Bakka Bu’aa Ummatootaaf dabarsee akka ragga’u taasiseera.Ajandaan lammaffaan Manni Maree Ministirootaa irratti mari’atame irratti wixinee labsii Meedaaliyaa,Nishaanii fi Badhaasa irratti ba’e ture.Wixineen labsii kun sirna lammiilee beekamtii itti kennan …

Manni maree ministeerotaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen wixinee labsii sadii fi wixinee imaammataa tokko irratti mari’atee murtee dabarsuu Waajjirri Muummee Ministiraa ifa godheera. Read More »

Dhaabbileen Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaa keessatti invastimantii akka godhan waamichi dhiyaateera.

Kooriyaa Kibbaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dasee Daalkee, Fooramii Tumsa Daldalaa fi Indaastirii Kooriyaa fi Afrikaa 2ffaa si’ool keessatti gaggeeffame irratti hirmaataniiru. Ambaasaaddar Daseen haala diinagdee yeroo ammaa Itiyoophiyaa, naannoowwan xiyyeeffannoo invastimantii alaa fi dameewwan walta’iinsa Ityoophiyaa fi Kooriyaa irratti ibsa kennaniiru. Ityoophiyaatti haalli invastimantii mijataa ta’e akka jiru eeraniiru. Dhaabbileen Kooriyaa Kibbaa kana fayyadamuu qabu jedhan. …

Dhaabbileen Kooriyaa Kibbaa Itiyoophiyaa keessatti invastimantii akka godhan waamichi dhiyaateera. Read More »