Teelebirriin konkolaattota 189,698 deeggarsa boba’aa galmeesse

Walakkaa bara baajataa 2007tti konkolaattonni 189,698 Teelebirrii galmaa’aniiru. Ministeerri Daldalaa fi Ida’amuu Naannolee akka beeksisetti mootummaan tarkaanfiiwwan dhiyeessii boba’aa fooyyessuuf hojiirra oolchuu eegaluu fi Ministeerri fi Itiyoo Telekoom yaadannoo waliigaltee mallatteessanii booda konkolaattonni kunneen karaa waltajjii maallaqa dijitaalaa deeggarsa boba’aa akka argatan galmaa’aniiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *