Jilli Ministira Dhimma Alaa Doktar Geediyoon Ximootewoosiin durfamu Giddugalaafi Tarminaala Buufata Dooraalleetti argmuun adeemsa waliigala omisha baasiifi galii daawwateera.
Daawwannicharrattis hoggantoota hojii buufatichaa waliin ergama xaa’oo biyyee bara omisha 2017/18rratti mari’ataniiru.
Maddi: ENA