Chaayinaan Itoophiyaa waliin hariiroo ummataa uumuuf deemti.

Dippilomaasii Chaayinaa tokko hariiroo daldalaa fi invastimantii biyyi ishee Itoophiyaa waliin qabdu gara hariiroo ummataa cimaatti jijjiiruu barbaaddi.

Ministirri Imbaasii Chaayinaa Gorsituu Sheen Qinmin gaazexaa Itiyoophiyaa Heeraaldiif akka himanitti mootummaan isaanii hariiroo biyyoota obbolaa lamaan gidduu jiru cimsuuf kutannoo cimaa qaba.

Dippilomaasichi hariiroon siyaasaa fi daldalaa biyyoota lamaanii guddachaa jiraachuu fi hariiroon ummataa sadarkaa olaanaatti ceesisuuf xiyyeeffannoon kennamee akka jiru eeraniiru. Qinmin itti fufuun Chaayinaan hojjechaa akka jirtu dubbateera…

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *