Balaliin gara Jibuutiitti taasifamu torbanitti al 17 ta’uufi.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa ji’a dhufu irraa eegalee gara Jibuutiitti balalii isaa gara 17tti guddiseera.
Daandiin xiyyaaraa kun balalii halkanii sadii eegaluun Sadaasa 1, 2023 irraa eegalee gara Jibuutiitti taasifamu akka dabalu eeraniiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *