Itoophiyaan Ekspoo Buna Qaxar irratti hirmaachaa jirti
Itoophiyaan Agarsiisa Buna Addaa Idil Addunyaa Qaxar Dohaatti gaggeeffamaa jiru irratti dammaqinaan hirmaachaa jirti. Sagantaan kun har’a dabalatee guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’a. Maddi: 2 Merkato