Nexara

Invastaroota Noorweey akkamitti Ityoophiyaa keessatti invast gochuu akka danda’an irratti mariin gaggeeffameera.

Komishinarri Komishinii Invastimantii Laliisee Namii Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey Istiyaan Kiristensen waliin marii taasisaniiru. Marii isaanii keessatti invastaroota Noorweey carraa fi filannoowwan invastimantii Itoophiyaa gadi fageenyaan qorachuun akka danda’amu gorsaniiru. Kana malees, invastaroonni dameewwan invastimantii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachuu akka danda’aniif dhimmoota waliin hojjechuuf isaan dandeessisan irratti mari’achuu isaanii odeeffannoon komishinichaa ni mul’isa. Invastaroota damee invastimantii Ityoophiyaa …

Invastaroota Noorweey akkamitti Ityoophiyaa keessatti invast gochuu akka danda’an irratti mariin gaggeeffameera. Read More »

Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa tajaajila invastarootaaf kennamu ammayyaa fi bu’a qabeessa akka ta’uuf hojiwwan adda addaa hojachaa jira. Gara fuulduraattis Inistiitiyuutii Misooma Industirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin ta’uun sirni odeeffannoo walitti qabuu qulqullina olaanaa fi ammayyaa ta’e kan hojii deeggarsaa fi hordoffii Komishinichaa ammayyeessuuf gargaaru ni jalqabama.

Tajaajilli Eeyyamaa Fi Galmeessa Daldalaa Kuma 400 Ol Oonlaayiniin Kenname

Baatii sadii kan hinguunne keessatti tajaajilli galmeessaa fi eeyyama daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kennamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichi Hagayya 1, 2015 eegalee kenniinsa tajaajila eeyyamaa fi galmeessa daldalaa sadarkaa biyyaalessaattii gama oonlaayiniin taasisuun ni yaadatama. Adoolessa 1, 2015 hanga Fulbaana 8, 2016’ttis tajaajila eeyyamaa fi galmeessa daldalaa kuma 401 fi …

Tajaajilli Eeyyamaa Fi Galmeessa Daldalaa Kuma 400 Ol Oonlaayiniin Kenname Read More »

Mama Doing Good Huawei waliin ta’uun dubartoonni teeknooloojii argachuu danda’an guddisuuf hojjechaa jira

Dhaabbanni ‘Mama Doing Good’ jedhamu kan Giiftii Duree Keeniyaa Raachel Ruutoon durfamu Huawei waliin ta’uun dubartoota karaa teeknooloojii dijitaalaa humneessuu danda’eera. Dhaabbatichi waldaalee dubartoota Keeniyaa kuma 14 ol ta’aniif leenjii ogummaa dijitaalaa kennuuf Huwaawee Keeniyaa waliin waliigaltee waliigaltee mallatteessaniiru. Sirna mallatteessuu kanarratti hoji gaggeessaan olaanaa dhaabbata “Mama Doing Good” Dr. Joon Chumo akka jedhanitti, tumsi …

Mama Doing Good Huawei waliin ta’uun dubartoonni teeknooloojii argachuu danda’an guddisuuf hojjechaa jira Read More »