Nexara

Daldalli boba’aa guutummaatti sirna kaffaltii elektirooniksiitiin raawwatamuuf deema.

Addis Ababa 24/6/2015 (Negami) Daldalli boba’aa guutummaatti sirna kaffaltii elektirooniksiitiin kan raawwatamu ta’uu Ministiroonni Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannoo fi Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii ibsa waloo gaazexeessitootaaf kennaniin beeksisaniiru. Ministirri Daldalaa fi Hariiroo Naannoo Obbo Gabra Kross Chaalaa akka ibsanitti, jijjiirrama kanaan booda hojiiwwan haaromsaa hedduu mootummaan raawwate keessaa tokko haaromsa boba’aa ta’uu ibsaniiru. …

Daldalli boba’aa guutummaatti sirna kaffaltii elektirooniksiitiin raawwatamuuf deema. Read More »

Ethno Mining oomisha warqee eegaluuf adeemsa irra jira.

Ministirri Albuudaa Kabajamoo Injinar Habtaamuu, Hogganaan Naannoo Gaambeellaa Obbo Umod Ujluu fi Ministirri Ministeera Albuudaa Obbo Miliyoon Maatewos hojii Dhaabbata Albuudaa Etno Godina Gaambeellaa Aanaa Diimaatti argamu daawwataniiru. Dhaabbanni Albuuda Ethno Godina Gaambeellaa aanaa Diimaatti warqee barbaacha waggoota kudhanii oliif akka ture ni beekama. Dhaabbatichi eeyyama oomisha warqee argachuun warshaa dhaabuu fi hojiiwwan biroo warqee …

Ethno Mining oomisha warqee eegaluuf adeemsa irra jira. Read More »

Waa’ee Gamtaa Awurooppaa EU carraa daldalaa guddaa kan biyyoota 49f hayyamameef “Everything But Arms – EBA” dhageessanii beektuu? Carraan daldalaa kun Bitootessa kana waggaa 22ffaa hojiidhaan ni kabaja!

Carraa daldalaa kanaan oomishni Itoophiyaan gara Gamtaa Awurooppaatti ergitu hundi (meeshaa waraanaa fi rasaasaan alatti) taarifaa fi kootaa irraa bilisa ta’a. Kanaafis Itoophiyaan EU waggoottan 22 darbaniif gabaa bilisaa, gama tokkoon fi daangeffama malee Gamtaa Awurooppaatti galma ga’aa argatteetti. Waa’ee carraa daldalaa EBA caalaatti baruuf link armaan gadii ilaalaa.

Jilli daldalaa fi invastimantii Paakistaan daawwannaa ofiisaa guyyoota shaniif Addis Ababa seene.

mbaasaaddar Birtukan Ayyaanoo, Paakistaantti Ambaasaaddar Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Jamaal Baker fi Itti aanaan Komishinar Daani’eel Tarreessaa jila kana simataniiru. Jilli miseensota 70 ol of keessaa qabu kun turtii isaanii keessatti qondaaltota mootummaa adda addaa waliin damee invastimantii fi dhimmoota kanaan walqabatan irratti mari’achuun carraa fi filannoowwan invastimantii biyya keenyaa qoratu jedhamee eegama.

Hanga maallaqaa karaa tajaajila maallaqa moobaayilaatiin dabarfamuu danda’u irratti daangaa ni kaa’ama

Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa qajeelfama baaseen hanga maallaqni tajaajila maallaqa moobaayilaatiin guyyaa tokkotti socho’uu danda’u irra deebi’ee kaa’a. Wixineen qajeelfama kanaa maamiltoonni tajaajila maallaqa moobaayilaa fayyadaman maallaqa herrega isaanii keessatti qabachuu danda’an dhibbeentaa 100 irraa gara 233tti ol guddiseera. Wixineen Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaatiin bahe kun wixinee qajeelfama kenniinsa sanada adeemsa kaffaltii kan qajeelfamichaa fi fooyya’iinsa isaa …

Hanga maallaqaa karaa tajaajila maallaqa moobaayilaatiin dabarfamuu danda’u irratti daangaa ni kaa’ama Read More »

Doolaarri hanga Birrii 115 karaa baankii gurgurama jira.

Amma gatiin baankonni dhiyeessan gabaa gurraacha caala. Hanqinni maallaqa alaa guddaan biyyattii keessatti mul’ate, komishiniin baankota Itoophiyaa keessattuu kanneen dhuunfaa maamiltoota maallaqa kana gaafataniif kaffalan safartuu kaa’ame caalaa akka ta’e qorannoo waazeemaan gaggeesserraa hubachuu dandeesseetti Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaan guyyaa guyyaan gurgurtaa maallaqaatiif. Komishiniin baankota dhuunfaa irraa gaafatamu doolaara Ameerikaa tokkoof birrii 55 hanga 60, akkasumas …

Doolaarri hanga Birrii 115 karaa baankii gurgurama jira. Read More »