Jilli invastimantii fi daldalaa Paakistaan Itiyoophiyaa daawwate Paarkii Indaastirii Bolee Laamii fi Qilintoo daawwateera
Itti aanaan Komishinar Daani’eel Tarreessaa, Kabajamoo Ambaasaaddar Jamaal Bakrii fi hoji gaggeessaan Koorporeeshinii Misooma Paarkii Industirii Obbo Akliiluu Taddassee daawwannaa jila kana hoogganan yoo ta’u, riifoormii seeraa fi imaammata mootummaan invastaroota deeggaruuf taasise irratti garee kanaaf ibsa kennaniiru. Jilli miseensota 70 ol of keessaa qabu kun ammayyummaa paarkiiwwanii fi teeknooloojiin isaan keessa jiru dinqisiifachuu isaanii …